Waggaa Tokko Keessatti Biyoota 60 ol Tahan Keessatti Suurawwanii fi Viidiyooleen Sobaa Duula Filannoof Oolfamuun Yaaddessaa Tahee Jira  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Akka Addunyaatti filannoowwan biyyaleessaa 60 ol wagga tokko keesatti gaggeeffamaniin namoonni dhuunfaa fi dhaabbileen suurawwanii fi viidiyoowwan sobaa fayyadamuun isaanii yaaddeessaa ta’eera. Viidiyoowwan AIn maddisiifaman hagama balaa qabeessa ta’uu akka danda’u gabaasaan Sagalee Ameerikaarraa Riyoo Tusikaal qopheesse ni ibsa. Mitikkuu Fiqaaduu tu dhiyyeessa.