XIINXALA: Gamtoominni Miseensota ‘BRIKS’ Sirna Bulchiinsa Maallaqaa Yeroo Dheeraaf Biyyoota Lixaan To’atamu irratti Dhiibbaa Qabaa?

  • Namoo Daandii

Your browser doesn’t support HTML5

XIINXALA: Gamtoominni Miseensota ‘BRIKS’ Sirna Bulchiinsa Maallaqaa Yeroo Dheeraaf Biyyoota Lixaan To’atamu irratti Dhiibbaa Qabaa?

Hoogganaa Chaayinaa, kan Hindii, Kan Biraazil, Kan Afrikaa Kibbaa, kan Iraan, kan Masrii, kan Itiyoophiyaa fi Tokkummaa Emeretoota Arabaa dabalatee hoogganoonni Addunyaa soddomii jahaa tahan biyya Raashiyaa, magaalaa Kaazaan keessatti walga’ii gamtaa ‘BRICS’ jedhamuutti hirmaataa jiru. Gamtoonni biyyoota kanaa yoo cimaa deeme sirna bulchiisa maallaqa dhaabbatoota biyyoota gama Lixaa akka Baankii Addunyaa fi Dhaabbata Maallaqa Addunyaan geggeessamu irraa filannoo ka biraa uumuu mala, jedhu xinxaltoonni. Dhimma kana irratti ogeessa dinagdee, Dr. Gaarii Dhugumaa, dhaabbata “International Development Consultancy” jedhamu, ka Finfinnee jiru irraa Namoon dubbisee jira.