Itiyoophiyaa Keessatti Uummanni Dhibbentaan 76 Interneettii Moobaayilaa Hin Fayyadamu, Jedha Qornnoon Haaraan Bahe

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Kanas Tajaajiila Teeleekoom irratti qorannaa kan gaggeesse dhaabatii Gloobaal sistam for mobaayiln komuunikeeshin Assoseeshiin (GSMA) jedhamutu ibsee jira. Dhaabatii kun gabaasa har’a baaseen Itiyoophiyaa keessatti tajaajilli Dijitaalaa intarneetti bu’uura godhate argachuuf mandheen bilbillii smaart Foon jedhaman hanqinni jiraachuun rakko tokko jedhe.

Dhimma kana irratti sagalee Amerikaaf ogeessi yaada isaanii kennan, kennan akka jedhanti tajaajiilli Teeleekoom dhiyeessu qiyyaafati isaa magaaloota qofa irratti waan taasiisaniif jecha, baadiyyaa biyyatti keessatti rakkinni kun uumamuu akka hin dandeenye ibsan. Hojii raawwachiiftuu olaantuun kan Itiyoo Teeleekoom Aaddee Fireehiwat Taammiru gama isaaniin, tajaajiila dijitaalaa kan baadiyyaa keessa jiru foyyeesuuf waggaa kana keessaa bilbiila smart foon jedhaman kuma raabsuuf akeeka qabna jechu isaanii Gabra Mikaa’el Gabra Medhin Finfinnee irraa gabaasee jira.