Wa’ee Gargaarsa Lammiilee Tigiraay Keessaaf Ergamee, Garuu Dantaa Namoota Dhuunfaaf Saamamee Qorannaan Geggeessame Maal Jedha?

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Gargaarsi midhaan nyaataa lammiilee Itiyoopiyaa keessaa rakkoo hanqina nyaataaf saaxilamaniif ergame, saamamee fedhii namoota dhuunfaaf oole jechuu dhaan jaarmoliin gargaarsaa himatanii jiran. Bakka gargaarsi kun saamame jedhame keessaa tokko Naannoo Tigraayiif kan ergame yoo ta’u, kana ilaalchisuudhaan gabaasa qorannaa irratti hundaa’e kan Rooyiters qindeesse Tuujubee tu dhiheessa.