Lammiileen Ameerikaa Keeniyaa Keessa Jiraatan Bakkuma Jiranitti Filannoo Yunaayitid Isteetisitti Himaataa Jiran

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Lammiileen Ameerikaa Keeniyaa keessa jiraatan hanaga tokkoof, filannoo pirezidaantii Yunaaytid Isteetis kan bara kanaa irratti akkaataa sagalee kennuuf karoorfatan keessatti, dhimmoonni ijoon, imaammata biyya keessaa fi alaa ta’u ibsan. Gabaastuun sagalee Amerikaa Zaayinab Sa’id (Zainab Said) lammiilee biyya alaa lama waliin kan dubbachuun kan magaalaa Naayiroobii irraa ergiite Jaallanneetu dhiyeessa.