Filannoo sadaasa 5 bara 2024 gaggeeffamuuf jiru kan ilaaleen deggertoota paartilee lamaanii haasoofsiifnee jira. Ogummaan isaanii injiirarummaa kan tahe deggeraa paartii Dimookiraatii - Obbo Daani'eel Namarraa Minnisootaa akkasumas, qondaala waraanaa Neevii Yunaayitid Iseetis ka turan deggeraa Paartii Rippaabilikaanii Obbo Imaanuel Badhaasoo Taampaa Flooridaa irraa dhimma filannoo Yunaayitid Isteetis baranaa irratti Jaallannee tu dubbise.
Dorgommii Filannoo Yunaaytid Isteets Ilaalchisee Hawaasa Oromoo Irraa Deeggartoonni Paartii Lamaanii Maal Jedhu?
Your browser doesn’t support HTML5