Itti Aantuun Pirezidaantii Yunaaytid Isteets fi kaadhimamamtuun Paartii Dimookiraatotaa, Kamilaa Hariis morkataa ishii paartii Rippabilikaanotaa Doonaald Tiraampi moohuun booda haasaa kennaniiru. Tiraamp filannoo pirezidaantii Yunaaytid Isteets irratti sagalee elektoraal voot 538 keessaa 292 erga argatee booda injifate. Yeroo ammaa kana Haaris sagalee 224 argatteetti.
Haasaha Guutuu Itti Aantuu Pirezidaantii Yunaaytid Isteets
Your browser doesn’t support HTML5