Lakkoofsi Fiilmii Afaan Oromoo Xiqqaachuu fi daawwataanis dhabamuun Fiilmii Afaan Oromoo kuffisaa akka jiru, Biqilaa Asfaaw, Ogeessi Fiilmii Afaan Oromoo dubbate. Dhiyeenya Fiilmii Finnaaf jedhamu daawwattootaan kan gahe Biqilaan, Fiilmii isaa manneetii Sinimaan gahuuf rakkachuu himee, erga manneen sinimaan gahe boodas daawwattoota Fiilmicha ilaalan argachuunis rakkoo akka ta’e hime.
‘Lakkoofsi Fiilmii Afaan Oromoo Xiqqaachuu fi Daawwataan Dhabamuun Fiilmii Afaan Oromoo Kuffise – Biqilaa Asfaaw
Your browser doesn’t support HTML5