Manni Federaalaa Wixata Har’aa Ragaa Of Irraa Ittisaa Ministara Nagaa Duraanii Taayyee Danda’aa Dhaggeeffachuu Eegale

Your browser doesn’t support HTML5

Manni Murtii Federaalaa Lidetaa dhaddacha har’a taa’een dhimma Deetaa Ministeera Nagaa Itiyoophiyaa duraanii Obbo Taayyee Danda’aa ilaalee jira. Beellama harraatiinis dadhachichi ragaa of irraa ittisaa Obbo Taayyee kan dhaggeeffate yoo ta’u, kanneen keessaa, Ministerri Nagaa fi Itti Aanaan Koomishinii Poolisii Federaalaa dhiyaachuun jecha ragaa isaanii kennanii jiran. Galmoo Daawit hordofee, gabaasaa erge qaba.