Teknooloojiin Sammuu Nam-tolchee Yokaan AI Keeniyaa Keessatti Qonnaa Fooyyessuuf Gargaaraa Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Tekinologiin Sammuun nam-tolchee yokaan AI qonnaan bultoonni biyyaa keeniyaa akka omisha midhanii garii argatan gargaaraa jira. miishaan sammuu nam tolchee fayyadamu fi “Virtual Agronomist” jedhamu haala karooraa qindaa’aa ta’e umuu irratti mijeesuudhaan omisha midhaanii baayinaa fi qulqulina qabu argamsiisuuf gargaara jira. Mohammed Yusuuf biyya keniyaa bakka Mwe’e jedahmuu irra gabaasa qopheesse qaba. Bafiqaaduu tu dhiheessa.