Barsiisonii buulchiinsaawan kibba Ityoophiyaa keessa jiran mindaan isaanii waan yeroo dhaan hin kenamnee fi sababa adda addatiin irraa muraamuuf jireenyii isaan rakisee , hojiiwwan biroo hojjachuu dhaaf akka dirqamaa jiran sagalee Amerikaatii himanii jiru. Ministeerii barnootaa rkinichii hanqina baajataa naannowanii irraa kan ka’e akk ta’e ibsa.
Dhimma kana irratti gabaasni Gebremikaa’el Gebremediin qopheesse itti anee dhihaata.