Biyyi Qaataar dhiheenya kana akka beeksiifteetti hooggantoonni siyaasaa Hamaas baay’een isaanii biyyya ishee gadhiisanii akka ba’anii fi baay’een isaani immoo gara Tarkiitti deemuu ibsiteetti. Kunis Waashingitanin kan dheekkamsiise yommuu ta’u Tarkiin bakka qubannaa akka hin kennineef jechuun akeekkachiifteetti. Gabaasa Doriyaan Joonis Mitikkuu Fiqaaduu Dhiyyeessa.
Qataar Hoogganoonni Hamaas Biyya Isee Gadhiisanii Ba'uu Beeksiste
Your browser doesn’t support HTML5