Angawoonni Briteenii fi Ameerikaa guyyoota dhiyoo as maaliif dirooniiwwan hedduun maadhee humna qilleensaa Yunaayitid Isteetis kan Inglaand keessaa irra balal’iyaa akka turan qorataa jiran. Biriteeen loltoota naannoo sanatti bobbaasteetti. Dirooniwwan akkasii hojii gufachiisuuf ykn gocha gowwoomsaa raawwachuu danda’u yaaddoo jedhu dhaqqabsiisee jira. Gabaasa Henrii Riijwel Tujubetu dhiyeessa.
Aangawoonni Briteenii fi Yunaayitid Isteetis Maaliif Dirooniiwwan Hedduun Maadheelee Waraanaa Ameerikaarra Akka Balali’aa Jiran Qorataa Jiru
Your browser doesn’t support HTML5