Waraanni Bilisummaa Oromoo Gariin Galaa Jiraachuun Abdii Ta'us Kanneen Hafan Jiraachuunimmoo Ammas Sodaadha Jedhu Jiraattoonni

Your browser doesn’t support HTML5

Waraana bilisummaa Oromoo kan Sanyii Nagaasaan hoogganamuu fi mootummaa gidduutti walii galteen nagaa mallatta’uun gaariidha, garuu ammayyuu waraanni bilisummaa oromoo bosonatti hafe jiraachuun nageenya durumaanuu dhabne sanaaf abdii ta’uu isaarraa shakkii qabna jechuun jirattoonni godina Shawaa lixaa anaalee garaa garaa keessaa dubbisne himu.