Kitaabni asoosama “Gumgummii Eelaa”jedhamu badhaasa Odaa 8ffaa ka bara kanaa irratti dorgomee injifatee jira. Qophii har'aatiif Tsahaay Daamxoo barreessaa kitaabichaa,gulaalaa fi namoota kitaabicha dubbistee jirti. Barreessaan kitaabichaa Jeennenuus Dajanee qabiyyeen kitaabichaa seenaa,aadaa, duudhaa ,safuu,waliin jireenya hawaasummaa oromoo,sochiilee siyaasa Dinagdee oromoo baroota 1960 irraa jalqabanii jiran irratti fuulleffatee caasaalee asoosamaa tokko guutuu taasisan hordofee kan barreeffame jedha.
Gungummii Eelaa: Kitaaba Asoosamaa Badhaasa Odaa Bara Kanaa Injifate
Your browser doesn’t support HTML5