Haleellaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Sulultaatti kaleessa ganama hidhattoota maqaa Waraana Bilisummaa Oromootiin socho’an, jedheen dhaqqabeen ajajaan poolisii Aanichaa ajjeefamuu, mootummaan beeksisee jria. Obbo Abbebee Warquu Bulchaan Aanaa Sulultaa, Ajajaa Poolisii Waajjira Poolisii Aanichaa dabalatee lubbuun poolisoota lamaa darbuu fi lama hidhattoota kanaan butamuu dubbatan. Waraanni Bilisummaa Oromoo maxxansa sabaa himaa hawaasaan ifoomseen haleellaa kana dudduuba jiraachuu ibsee jira.
Your browser doesn’t support HTML5