Bara 2024 biyyoonni Afrikaa kudhanii ol ta’an filannoo pirezidaantii, paarlaamaa yokaan kan naannoo taasisaniiru. Paartileen yeroo dheeraaf biyya bulchaa turan tokko tokko kutaalee Afrikaa keessatti gara aangootti kan deebi’an yoo ta’u, kanneen aangoo irra jiran kufaatii cimaan isaan mudateera. Naayiroobii irraa kan filannoo hedduu gabaaste Maariyaamaa Diyaaloo bara kana ardii kana keessatti haalli dimokraasii akkam akka ture ilaalchisuun gabaasa qopheesite Tujube Horaatutu dhiheessa.
Filannooleen Bara 2024 Biyyoota Afrkaa Keessatto Geggeessaman Akkamitti Ilaalamu?
Your browser doesn’t support HTML5