Itoophiyaatti ayyaanni qillee yokaan ayyaanni guyyaa dhalata Kirsitoos namoota ayyaaneffatan biratti sagantaalee garaa garatiin Kibxata har’aa kabajamee oole. Namoonni naannoo Oomiyaa keessaa godinaalee rakkoon nagenyaa jiru keessa jiraatan immoo sababa walitti bu’insi jiruuf ayyaana kana akka kanaan duraatti miira gammachuun kabajaa akka hin jirre sagalee Ameerikaaf himaniiru. Kanneen magaalaa Finfinnee jiran immoo Oomishaaleen ayyaanaaf barbaachisan gatiin isaanii dabalus gammachuun ayyaanichaa dabarsaa akka jiran Sagalee Amhimaatti himan.
Jiraattonni Godinaalee Oromiyaa Bakkawwan Tasgabbiin Hin Jirre Keessa Jiraatan Ayyaana Qillee Akka Duriitti Ayyaaneffachuu Hin Dandeenye
Your browser doesn’t support HTML5