Filattoonni Ameerikaa Bulchiisa Marsaa Haaraa Tiraamp Irraa Waan Adda Addaa Eegaa Jiran  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Doonaald Tiraamp xumura baatii kanaa prezidaantii Yunaayitid Isteetis 47ffaa ta’uuf jiru. Kanneen Yunaayitid Isteetis keessaa sagalee kennani prezidaantii isaanii itti aanan irraa waanti eegan adda adda. Gabaasa Iskoot Isterns Tujubeetu dhiyeessa.