Saalim Amiin: Qorataa Kitaaba Haaraa ‘Seenaa Bunaa fi Siyaas-Dinagdee Shanan Gibee” Jedhu  Barreesse

Your browser doesn’t support HTML5

Saalim Amiin: Qorataa Kitaaba Haaraa ‘Seenaa Bunaa fi Siyaas-Dinagdee Shanan Gibee” Jedhu  Barreesse

Qorataa Saalim Amiin argama bunaa irratti wal morkii jiruuf qorannoo deebii kennu, jedhu geggeessuudhaan kitaaba maxxansisuu isaa dubbata. Kitaaba “Seenaa fi Siyaas Diinagdee Shanan Gibee” jedhu kun baatii kana keessa maxxansamee gabaarra oole. Gosti Bunaa Arabikaa jedhamu, Godina Jimmaa Aanaa Gommaa, Coocee Mudhugaatti jalqaba argamuu isaa ragaawwan jiraachuu dubbata, Saalim. Dr. Jiraa Mokonnin Yuuniversitii Jimmaarraa qorannoon akkanaa egeriif galmee barbaachisaa dha, jedhan. Galmoo Daawit ogeeyyii kana dubbisuun qophii qindeesse qaba.