FINFINNEE —
Mootummaanis tahe abbootiin qabeenyaa hojimaata baramaa keessaa baanee itti gaafatama fudhachuun barbaachisaa dha, jedhu obbo Shimallis Abdiisaa, itti-aanaa preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa. Abbootiin qabeenyaa daamee invastimantii adda addaatti hirmataa jiran har’a mootummaa naannoo Oromiyaa waliin mari’atanii jiran.
Your browser doesn’t support HTML5