Obbo Abdii Raggaa Himannaalee Sadii Irratti Dhihaatan Sadii Keessaa Lamarraa Bilisa Tahan

Obbo Abdii Raggaasaa (suuraa faayilii)

Miseensi Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO obbo Abdii Raggaasaa Mana murtii walii galaa Oromiyaa dadhaacha yakkaatti dhiyaatani himataa irraatti dhiyaate 2 keessa tokkon bilisaa bahu abukaatoon isaanii ibsaniiru.

Himaata isa hafe tokkoof ammoo Ebla 22 bara 2013tti ragaa ittisaa akka dhiyeeffataniif manni murtii beellama kenne jedhan abukaatoon isaanii obbo Tuulii Baayisaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Obbo Abdii Raggaa Himannaalee Sadii Irratti Dhihaatan Sadii Keessaa Lamarraa Bilisa Tahan