ABO fi KFOn Filannoo Dhufuuf Sochii Gochaa Akka Jiran Dubbatan

  • Jaallannee Gammadaa

ABO FI KFO

Filannoo Itiyoophiyaa baatii shanii booda deemsisama, jedhamee eegamu ilaalchisee, paartiileen siyaasaa hagi tokko sochii jalqabanii jiru. Kanneen keessaa hoogganoota paartiilee lamaa jechuun Hayyu duree Adda Bilisummaa Oromoo Obbo Daawud Ibsaa fi Dura-taa’aa Koongiresa Federaalawa Oromoo Proofeesar Mararaa Guddinaa jaalllanneen har’aaf dubbistee jirti.

Your browser doesn’t support HTML5

Gaaffii fi Deebii ABO fi KFO caqasaa