Miseensonni Koree Hojii Raaw’achiistuu ABO, Obbo Daawud Ibsaa Taayitaa Hayyu-duree Irraa Uggurre, Jedhan 

Hoggantoota ABO

Miseensonni Koree Hoji Raawwachiistuu ABO ibsa har'a kennaniin haayyu duree ABO kan turan obbo Daawuud Ibsaa hojii irraa uggurree jirra, jedhanii jiran.

Dubbi-himaa ABO ta'uun kan bakka buufaman obbo Baattee Urgeessaa ammoo gama isaaniitiin miseensoni koree hoji raawwachiistuu amma ibsa kennan kun kanneen rakkoo naamusaatiin dhaaba keessaa ugguramani, jedhan.

Boordiin filannoo biyyaalessa Itoophiyaa immoo obbo Daawud Ibsa hojii irraa ugguramuu gama itti-aanaa Haayyu Duree ABO – Obbo Araarsoo Biqilaatii nu beeksisanii jiran, jedhanii jiran.

Your browser doesn’t support HTML5

Miseensonni Koree Hojii Raaw’achiistuu ABO, Obbo Daawud Ibsaa Taayitaa Hayyu-duree Irraa Uggurre, Jedhan