ABOn Dhimma Filannoo Ilaalchisee Ibsa Baase

Addi Bilisummaa Oromoo, ABO'n Filannoo biyyaallessaa marsaa 6ffaa gaggeessuun dura mariin siyaasaa fi waligalteen biyyoollessaa barbaachisaa dha jechuun ibsa baasee jira.

Paartichi Mootummaan dirree siyaasaa dhiphisa filannoof qopha'aa jiraachuun isaa filannicha irratti akka hin hirmaanneef dhiibbaa narratti taasise, jedha ABOn.

Paartiin Motummaa gama isaatiin himannaa ABO’n dhiyeessaa jiru kan Mootummaa ilaallatu miti, rakkoon isaa rakkoo keessoo paartichaa ti, jechuun deebii kenne.

Your browser doesn’t support HTML5

ABOn Dhimma Filannoo Ilaalchisee Ibsa Baase