WASHINGTON, DC —
Kibxata boorii, uummatni Ameerikaa yaadaan addaan qoqqoodamee jiru Prezidaantii haaraa filachuuf, gara waaltaale filannoott yaa’ee sagalee kennuuf qophiitti jira. Kaadhimamaa paartii Ripublikaanii – Donaald Traampii fi kaadhimamtuu paartii Dimookiraatii – Hilarii Kilinton keessaa tokko injifachuun adda addummaa siyaasaa waggoota kurnaniif Yunaayitid Isteets keessa ture akka jijjiiruu hin dandeenye dubbatu – hayyoonni