Addi Bilisummaa Oromoo Tokkoome Dhaabbilee Dantaa Oromoof Hojjetan Waliin Hojjechuuf Qophii Dha Jedha

ABO Tokkoome ibsa kenne

Addi Bilisumaa Oromoo Tokkoomee dhaabbilee oromoo dantaa oromoof hojjatu kamuu waliin tokkoomnee hojjachuuf qophiidha jedhan. Dubbii himaan dhaabichaa Dr. Qaasim Abbaa-Nashaa akka himanitti ibsa kana baasuuf sababa kan nuuf ta'e gaafii baldhaa walittitti tokkoomu ummata oromoo, Abbootii Gadaa fi Qeerroo irraa dhihaata tureef abboomu keenya ibsuufi fudhachuu kenna beeksisuufi jedha.

Dhaabichi dhimma sochii warana ABO magaalota keessa socha'a jira jedhameen walqabateef gaafi dhihaateef deebi kennanii jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Addi Bilisummaa Oromoo Tokkoome Dhaabbilee Dantaa Oromoof Hojjetan Waliin Hojjechuuf Qophii Dha Jedha