Olompikii baranaa Adoolessa 24,haga Hagayya 9,2020 wal dorgoman.Biyyaa fi naannoo 200 caalaatti irratti wal dorgoma.Atileetota kuma 10 caalanitti ispoortii gosa hedduutiin irratti wal dorgoma.
Itoophiyaalleen ispoortii 5n dorgomuuf feeti taatullee ammaaf atileetiksi fi biskileetiin dabarte.
Akka barreessaan Olompikii Itoophiyaa Taammiraat Baqqalaa jedhetti Itoophiyaan atileetota hedduu qopheeffattee bara 2016 medaaliyaa 8 itti argatte caala baranaa medaaliyaa hedduu argachuuf dorgomit.
Waan isiin ittiin dorgomtu keessaa; atileetiksii,tekuwaandoo, tantooommuu ykn booksii, biskileettii fa.Taatullee ammallee dorgommii taaf dabruuf dorgommii hedduutti hafeef.