Mootummaa:"Afooshaa Jala Gugatanii Siyaasa Hojjetu Himatamtoota: " Afooshaa Hundeessuu Keenya Beekna"

  • Jaallannee Gammadaa

Mana murtii Federaalaa Itiyoopiyaa

Abbaan alangaa federaalaa Itiyoopiyaa namoonni 33 biyya keessatti ABO hundeessuuf hoogganuu fi miseensa ta’uu dhaan yakka shosorkeessummaa raawwatan jechuun mana murtii Federaalaa dhaddacha 19ffaatti himannaa dhiyeessee jira. Himatamtoonni deebii akka kennaniif illee beellama ka biroo kennee jira.

Galmee obbo Habtaamuu Milkeessaafaa irratti abbaan alangaa himannaan dhiyeesse, himatoonni kun nageenya hawaasichaa balaaf saaxiluu, lubbuu namaa balleessuuf qabeenyaa barba mootummaa irra dhiibbaa kaa’uu dhaan aangoo qabachuuf yaaluu akkasumas dhaaba paarlaamaan biyyattii shororkeessaa jechuun yakkef maadhee dhaabichaa “Qeerroo Bilisummaa” maqaa jedhamuun beekamu damee dargaggootaa ijaaranii jiran jedha. Abukaatoon himatamtootaa hoo maal jedhu?

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu armaan gaditti caqasaa