WAASHINGITAN, DIISII —
Afrikaa Kibbaa keessatti, jibbinsi dhaloota yokaan lammiwwan alaa waggaa dabre mul’atee ture, eega yeroo haga tokkoof gab jedhe, amma immoo deebi’ee ka’uun isaa gabaasamee jira. Dhiheenyuma kana, buuftaalee daldalaa baqattoota lammiwwan Naayijeeriyaa, Itiyoophiyaa, Somaaliyaa fi Paakistaan irratti miidhaaleen raaw’ataman yaaddessaa ta’uu jaarmayaaleen mirga namoomaa ibsanii jiran.
Poolisiin biyyattii garuu, “ajjeechaan dhaqqabe hin jiru. Kan hidhames hin jiru” jedha.
Your browser doesn’t support HTML5