Afrikaa Keessatti Koovid 19tti Xiyyeeffatamuun Talaalii Dhukkuboota Biroo Dagachiise 

  • VOA

Biyyootan afrikaa waan Kooviid 19 irratti xiyyeeffachaa jiran keessatti talaalliin dhukuba daa’iman miidhanii dagatamaa akka jiru Jarmayaan Fayyaa Adduunyaa (WHO)n beekkisiseera.

Akka jaarmayichi jedhetti daa’imman Afrikaa miiliyoonattii tilmaamaman talaallii dhukuboota iitisuun lubbuu isaanii baraaru argachaa hin jiran.

Yeroo amma Afrikaa keessaa dhibeen Kooviid 19 namoota miiliyoona 4.4 qabeeraa. Kana keesssaa namootin 118,000 du’uu isaanii ibse WHOn.

Your browser doesn’t support HTML5

Afrikaa Keessatti Koovid 19tti Xiyyeeffatamuun Talaalii Dhukkuboota Biroo Dagachiise