Albamiin Sirbootaa Haaraa Haacaaluun Ajjeesamuu Isaa Dura Qopheessee Torban Dhufu Gadhiifama

Albamiin Artiist Hacaaluu Hundeessaa tibba dhufu gadhiifama jedhame

Albamiin 3ffaan Artist Haacaaluu Hundeessaa qopheessamaa ture akka barlakkoobsa Itiyoophiyaatti Waxabajjii 21 bara 2013tti gabaatti akka bahu maatiin isaa beeksisanii jiru. Mata-dureen albamicha sirboota Hacaaluu “Maal Mallisaa?”kan jedhu akka tahe ka dubbatan maatiin isaa, sirboota haaraa inni otuu bara dabre hin ajjeesamiin qopheessaa ture akka of keessaa qabu himanii jiran. Guyyaa yaadanno waggaa tokkoffaa ajjeefamuu artitistichaa irratti akka gad-lakkifamus beekameera.

Your browser doesn’t support HTML5

Albamiin Sirbootaa Haaraa Hacaaluun Ajjeesamuu Isaa Dura Qopheessee Torban Dhufu Gadhiifama