Gaafii fi Deebii Weellisa Aliyyii Saabit Wajjiin

Aliyyii Saabit, Weellisa Oromoo

Ka dhalate Baha Oromiyaa aanaa Haromaayaatti, naannoo sirbitoonni Oromiyaa hedduun kanneen akka Alii Mohaammed Birraa, Alii Shabboo, Halloo Daawwee,Afandii Sayyoo fi kaan keessaa burqan jedhamu keessaa.

Haga yoonaattis Albumiiwwan sirbaa lama ka maxxanse yoo tahu, amma immoo ka sadaffaa hojjechuuf haala hunda xumuree harki na qallatee jiraa jedha; weellisaa Oromoo, Aliyyii Saabit. Ka amma jiraataa jiru, Keeniyaa Magaala Naayiroobii yoo tahu, gabaasaan keenya Naayiroobii jiru, Galmoo Daawwit mana inni jiraatutti dhaqee haala hojii aartii fi dhimma jireenya isaarratti turtiii waliin taasisee irraa qophii itti aanu nuuf ergeera. Kunoo

Your browser doesn’t support HTML5

Gaafii fi Deebii Weellisa Aliyyii Saabit Wajjiin