Lammiwwan Amerikaa Kabajamuu Mirgaaf Ilaalcha Jabaa Qabu

  • VOA
Lammiwwan Amerikaa Kabajamuu Mirgaaf Ilaalcha Jabaa Qabu

Lammiwwan Amerikaa Kabajamuu Mirgaaf Ilaalcha Jabaa Qabu

Qabiinsa mirga dhala namaa kan ilaaleen mootummaan Yunaaytid Isteetes sagalee isaa kan dhageessisu eenuyuun iyyu qeequuf ykn gad-xiqqeessuuf miti jechuun dubbi himaan Embaasii Ameerikaa kan Finfinnee jiru raadiyoo sagalee Amerikaaf ibsanii jiru.

Gama kaaniin marii mootummaa Itiyoophiyaa fi mormitoota gidduutti jalqabames mootummaan Yunaaytid Isteetes itti dhiyeenyaan hordofaa kan jiru ta’uu beeksisan.

Dhuma turban darbee ifa kan ta’e gabaasi qabiyyee mirga namaa biyyoota 22 ta’anii kana uummanni Ameerikaa kabajamuu mirga dhala namaaf ilaalchii qabu guddaa ta’u calaqqisa jedhan.

Gabaasa guutuu kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

Your browser doesn’t support HTML5

Lammiwwan Amerikaa Kabajamuu Mirgaaf Ilaalcha Jabaa Qabu