WAASHINGITAN, DIISII —
Xayyaaronni waraanaa Kan Amerikaa samii Iraq irraa Kamiisa kaleessaa galgala fi Barii Jimaata Har’a haleellaa gaggeessanin maadhelee milishoota Iraan biraa Deggersa argatanii haleelan.
Kunis haleellaa lubbuu humnootii Amerikaa fi Kan wal taatotaa galaafate sana haaloo ba’uuf akka ta’e ibsamee jira.
Gabaasa guutuu Caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5