Aramaan dachii Irra Qotannu Onse: Qonnaan Bultoota

Bulchiinsa naannoo Amaaraatti godina bulchiinsa hawaasa Oromoo keessatti aramaa babal’ataa dhufe hojii oomishaa irratti rakkoo uumuu isaa qonnaan bultoonni dubbatanii jiru.

Rakkoon kun bal’aa waan ta’eef qaamoleen adda addaa qindoominaan akka hojjetaniif qajeelfamni qonnaa kan godinaa beeksisee jira.

Qonnaan bultoonni Bulchiinsa naannoo amaaraa godina bulchiisa hawaasa Oromoo Jillee ximmuugaa ganda baalcii keessa jiraatan aramaan dachii isaanii oonsu isaan mudateef jecha lafa humna isaaniin irraa qoratanii nyaatan hin qabnu jedhu.

Kana dura naannoon sun misoomaa dha. Oomisha wayyaawaa naannoo irraa argannu ture. Amma garuu oomishi baay’ee gad adeemaa adeeme.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutu caqasaa