Godinaa Arsii Lixaa Keessatti Naqmoonni 400,000 Ol Tahan Beela’uu Beeksise, Mootummaan Godinichaa  

Faayilii - Oromiyaa, Itoophiyaa

Godinaa Arsii Liixaa, aanaalee Siraroo fi Shaalaa keessatti namoonni kumatamaan lakkawwaman beelaaf saaxilan, jechuun VOAtti himan – jiraattonni tokko tokko.

Waajjiri hoggaansa soda balaa godinaa Arsii Liixaa gama isaatiin sababaa hongeen bara kana dheeraateef jecha aanaalee sana keessatti namoonni kuma 400 oli ta'an beelaaf saaxilamuu dubbate.

Hoggaansi Soda Balaa Naannoo Oromiyaa ammoo namoota beelaaf saxilamaan kanaaf degarsi godhamaa jira, jedha.

Your browser doesn’t support HTML5

Godinaa Arsii Lixaa Keessatti Naqmoonni 400,000 Ol Tahan Beela’uu Beeksise, Mootummaan Godinichaa