Ayyaanni Iid Aal-Faxir 1441ffaan addeessi har'a galgala yoo muul'atte booru; yoo muul'achuu baatte iftaan kabajama.

Mosque

Your browser doesn’t support HTML5

Musliimii Sooma Hiikuuf Qophii Jira


Mana Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Ityoophiyaa hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga ayyaanicha geessan jedhu.

Ministarri Fayyaa Itiyoophiyaa ayyaanichi vaayrasii koroonaa of irraa ittisaa of eeggannoodhan akka kabajamu dhaaman.

Musliimii Iidif qophii jira.Gabaasaa guutuu caqasaa.