Baalee Aanaalee Torba Keessatti Homaan Hawaannisaa Miidhaa Geessise

Naanno Oromiya aanaalee gammojji Godina Baalee 7 keessatti Homaan Hawaannisaa midhaa geessisuu isaa hawaasni naannoo fi waajirri qonnaa Godinaa Baalee beeksisee jira. Homaa Hawaannisaa kana dulaa humna namaatiin to’achuuf ulfaataa tahuun kan himame yoo tahu, Wajjirichi qonnaa Godinaa Baalee akka jedhutti, mootummaan naannoo fi federaalaa duula xayyaaraan rakkoo sana furuuf hojjetaa jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaassa guutuu caqasaa