WAASHINGITAN, DIISII —
Mootummaan Yunaaytid Isteets wixinee bajatii Kamisa harraa ifa godha jedhameet eeggama. Ministirri Haajaa Alaa fi hojiiwwaan gargaarsa biyya alaa bajata kanaan miidhamuun isaaanii himamaa jira. Xinxaltoonnii tokko tokko, "Yunaaytid Isteets bajatii biyyota alaa xiqqeessun hojii diiploomaasii akka gaariitti deemsisuuf fayyada," jedhan.
Dhaabbileen mirga dhala namaatii falmaan, akkasumaas seera tumtootoonni biyyaatti murtaahan garuu hin balaaleffatan.
Your browser doesn’t support HTML5