Balaa Lolaan Mataahaaraa fi Aanaa Fantaalletti Geesise

Your browser doesn’t support HTML5

Bishaan Laga Awaashii fii Haroo Basaqaa guutee dhangala'uun wal qabatee, Magaalaa Mataaharaa fi Aanaa Fanitaalle keessatti qofa yoo xiqqaate namoonni kuma 25 qehee isaanii irraa buqqa'anii jiru.

Mootummaa fi qaamoleen tola ooltumma namoota qehee irraa buqqa'aniif deeggarsa dhiheessan jiru.
Muktaar Jamaal naannoo san daawwatee gabaasa Vidiyoo kana qindeessee jira.