Baqattoonni Somaaliyaa mooraa Baqataa keessa jiranii fi lammiwwan Somaaliyaa magaalaa Naayiroobii keessa jiraatan maal jedhu?

  • VOA

Somali man in Kakuma refugee camp checks the board to see if his name is on the list for an interview with the International Organization for Migration (IOM) for potential resettlement to the U.S. Kakuma, Kenya. February 6, 2017. (J.Craig / VOA)

Prezidaantiin Yunaayitid Isteets, Doonaald Traamp ka lammiwwan Sudaan, Somaaliyaa fi ka biroo baatiilee sadi’iif akka Viizaa Yunaayitid Isteets hin argannee fi biyyattii hin seenne ugguru – ajaja hooggana ol’aanaa kaleessa mallatteessanii jiran. Baqattoonni illee Viizaa Yunaayitid Isteets galchu gaafachuuf, baatiilee afur eeguu qaban.

Baqattoonni Somaaliyaa mooraa Baqataa keessa jiranii fi lammiwwan Somaaliyaa magaalaa Naayiroobii keessa jiraatan maal jedhu?

Gabaasa guutuu dhaggeefadhaa

Your browser doesn’t support HTML5

Baqattoonni Somaaliyaa mooraa Baqataa keessa jiranii fi lammiwwan Somaaliyaa magaalaa Naayiroobii keessa jiraatan maal jedhu?