Bara 2016 baroota darban biroo irraa bara Itoophiyaaf qormaata guddaa ta’e dha jedhan jiraattonni magaalaa Finfinnee tokko tokko sagalee Ameerikaaf yaada kennan. Rakkoo nageenya naannoolee biyyattii adda addaa keessatti muudatee jiruu fi qaalawiinsi jireenyaa rakko ijoo ta’uullee bara haaraa 2017tti akka furmaata waarawaa argaatu hawwii isaanii ibsanii jiru.
Bara 2016 Itiyoophiyaadhaaf Bara Qoramaata Guuddaa Ture, Jedhu Jirattonni Magaalaa Finfinnee Tokko Tokko
Your browser doesn’t support HTML5