Barattoonni Kutaa 12ffaa Xumuran Jijjiiramootaa fi Qormaataalee Yeroo Dargaggummaa Dubbatan 

Barattoonni Kutaa 12ffaa Xumuran Jijjiiramootaa fi Qormaataalee Yeroo Dargaggummaa Dubbatan 

Barattootni kutaa 12ffaa, mana marumsaa qophaa'inaa Amboo sadii waa'ee qormaataafi jijjiiramoota yeroo dargaggummaarratti mullatan irratti gabaabaa keenya Amboo jiru wajjin mari'atanii jiru.

Dhimma kanarratti, ogeessaa fi barsiisaan Saayikoolojii Guddinaa, Ayyaansaa Abdiisaa, jijjiiramootaa fi qormaataalee yeroo dargaggummaa dhufan darbuuf hariiroon ijoollee fi maatii jidduu jiru cimaa tahuu isaa, tajaajilli gorsaa fi barumsi kennamuun barbaachisaa tahuu isaa gorsanii jiru.

Naakoor Malkaa tu dargaggoota kana mariisisuun Ambo irraa gabaase.

Your browser doesn’t support HTML5

Barattoonni Kutaa 12ffaa Xumuran Jijjiiramootaa fi Qormaataalee Yeroo Dargaggummaa Dubbatan