Bitooteessa 22 Maaltu Yaadatamee Oola?

  • Namoo sora

“Ayyaanni Guyyaa Bishaanii, ka guutummaa Addunyaa” ykn “World Water Day” har'a kabajamee oole.

kana ilaalchisuun jiraattota Godinaalee Oromiyaa adda adda keessaatti bilbiluun, tajaajila bishaan naannoo isaanii gaafannee jirra.

MP3 tuquun dhaggefadhaa