Bulchiinsi Magaalaa Fininnee Lafa Hektaara 138 Qaamota Gaafataniif Kennuu Beeksise  

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lafa qaamolee fi dhaabbatoonni tajajila gara garaatiif misoomsuuf gafatan kennuu isaa torban dabre, marii waame irratti beeksisee jira. Itti aantuu-kantiibaan bulchiinsa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee qamoolen misoomaf lafa gafataanii fudhatan kunb akka hatattamaan gara hojiitti seenuu qaban hubachisan.

Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti hogganaan Biiroo Misooma fi Bulchiinsa Lafaa Dr.Milkeessaa Jaagamaa dhaabbilee amantaa, tola ooltotaa, giddu gala daldalaa, sektarii oomisha industirii yokaan manifaakchering, hoteelaa fi hospitaalaf kan oolfamu walumaa galatti lafa heektaara 138 kenname, jedhan.

Your browser doesn’t support HTML5

Bulchiinsi Magaalaa Fininnee Lafa Hektaara 138 Qaamota Gaafataniif Kennuu Beeksise