Keniyaa keessaa kanneen hojii humnaa hojjachuuf gara biyyootii giddu galeessa bahaatti imalan nomoota isaan hojjachiisaniin dararaan akka irra ga'u dubbatu.Kanaaf jecha dhiisanii biyya ofitti deebi'uu.
Garuu jaarmayaan Naayroobii keessa jiru tokko akka isaan deebi'anii jireenya isaanii dhaaban gargaaraa jira.
Gabaasa Ergame Caqasaa.