Jiraattonni Wuuhaan Gadda Isaaniis Ibsaa Hafuura Boqonnaa Baafatan

  • VOA

Jiraattonni magaalaa Chaayinaa kan Wuuhaan bakka jalqaba vaayiresiin koronaa keessaa ka'e ennaa uggurri manaa akka hin baane kaa'ame ka'etti hafuura boqonnaa baafatanii jiru.

Dhibee kanaan kanneen lubbuu dhabaniif illee gadda itti dhaga'ame ibsanii jiran.

Your browser doesn’t support HTML5

Jiraattonni Wuuhaan Gadda Isaaniis Ibsaa Hafuura Boqonnaa Baafatan