WASHINGTON,DC —
Dhaaba kana nama Itoophiyaa biyya alaa jirutti horiin gargaara. Ummata Binishaangul Gumuz godina Metekkle naannoo Chagaanii jiruu gargaarsa kana kenne jedha.
Gargaarsa kanallee bakka bu’aa dhaaba kanaa Achaamyellee Dabalaatti kenne gargaarsii kun gargar hin citu jedhu bulchooti.
Horii kana akka bulchootii jedhanitit guyyaa sadii keesatti walti qaban.
Gargaarsa kennan keessaa akka Aster Misgaanawu gabaastetti midhaan kintaala dhibba hedduuti. Qamadii fi midhaan gara garaati.