Looltonni Biyya Biraa Maalii Keessatti Argamuun Afrikaaf Sodaa Jabaa Dha. Jira:Angawaa Waraana Amerikaa

  • VOA

Ardii Afriikaa keessatti sodaan nageenyaa dabalaa adeemuu waaltaa ajaja waraanaa Amerikaa isa Afrikaa keessaaf ajajaa kan ta’an Janaraal Steefan Taawanseend yaaddoo qaban ibsanii jiru.

Gareeleen hokkara Leellisan Afrikaa seenuun, looltonni Raashiyaa bitamanii Maalii seenuun akkasumas Chaayinaan gama caasaa waraanaan Afrikaa seenaa jiraachuu fi sodaa gama Iraan maqaa dhahan.

Gabaasa Guutuu Caqasaa.